Khaayyoon SiyaasaaMitii, Khaayyoon Yaada umamee mitii, Khaayyoon Dhugaa Siyaasan foyeesnii mitii.
Khaayyoon SiyaasaaMitii, Khaayyoon Yaada umamee mitii, Khaayyoon Dhugaa Siyaasan foyeesnii mitii.

Khaayyoon SiyaasaaMitii, Khaayyoon Yaada umamee mitii, Khaayyoon Dhugaa Siyaasan foyeesnii mitii.

Nthati 💖❤❤

8 min9069 plays349 favorites
News
Play

Description

Khaayyoon Siyaasaa Mitii, Khaayyoon Yaada umamee mitii, Khaayyoon Dhugaa Siyaasan foyeesnii mitii. Khaayyoon Tarkaafii haqaa tan Hawaasnii tokko Gamtaan bakkaan Geehaachuf khaayatuu. Khaayyoon Qabsoo Ummata Oromoo Khaayyoo Hireefii mirga Dhala-Nummaatii, Hawaasni hundii Ummaaraa khabajuu, Yoo mirgaafii nagaya isaa yoo dhabees akka itii dhabee khan hindagatamnee. Haalinifi ulagaan akka Oromoon Khaayyoo qansoo sibillaa qabaachuun dirqama khangoodhuu akka armaangaditii khana fakkaatii: 1st. Lubuun Oromoo akka Hawaasaatii fii akka Oromoo namma dhunfaati yakka malee, murtii seeraafii heeraatiin alla akka hinyakkamnee, akka hinaajeefamnnee. 2nd. Qabeenyii Luubbuu Dhufaas ta’ee Qabeenya hawaasaata’ee akka heeraaniis tahee humnaan saamamuu hindandeenyee. 3rd. Dachiifii daangaan laffa Oromoo dhunfaa tahee Dachiifii daangaa Oromiyyaa guutuu tahee akka cabiinsaafii saamamiinsii akka dhaabatuufii, akka hinxuqamnee heegareef khabajsisuu, tan maayiii 4th. Oromummaan, enyuumaan Oromoo, Maaluumaan Oromoo akka hawaasa cabee , badee, off walaalee, kufiinsa fudhatee heegareen Oromoo akka hinbaneefi. Nyaabnii Oromoo Galii isaa tanna bakkaan geehuuf tooftaan isaa tan isii ganamma Ummata Oromoo cabsuuf gargaartee hinjijiramtuu. Tanna fakkaati: Dhageefadhaa!

Uploader

angie_roads

angie_roads

Khaayyoon SiyaasaaMitii, Khaayyoon Yaada umamee mitii, Khaayyoon Dhugaa Siyaasan foyeesnii mitii. - Listen Free | WowFM